Qajeelfama Dhaabbii Waldaa: Church PLANT Manual, Oromo Edition
DHAABUU
K utaa 1: Q opheessuu Kutaa kana keessatti carraaqqii waldaa dhaabuu, garee milkaa’aa waldaa dhaabu fi haala rakkisaa keessatti waldaa dhaabuuf jabina horachuuf barbaachisummaa qajeelfama akka haala keessa jirutti wangeela labsuu mari’anna.
Walga’ii 1 Adeemsa kee fakkiin/chaartiin qopheeffachuu Walga’ii 2 Garee kee Ijaaaruu Walga’ii 3 Haala rakkoo ta’e tokko keessa darbuu guddisuu
13
Made with FlippingBook Ebook Creator