Qajeelfama Dhaabbii Waldaa: Church PLANT Manual, Oromo Edition

Kitaabni kun utuu guumaachi Dr. Doon Deeviis ittin dabalamne ta’e fiixaan hin ba’u ture, kanaaf yaadannoo isaaf haa ta’u. Sagaleen isaa raajiin, barreeffami isa dhimma kana irrattibu’aa baay’ee qabu barreeffamni leenjii guddina geggeessummaa, fi Kiristaanotaaf waamicha yoom iyyuu hin jijjiiramnefi bakka argaman hundumaatti hojii Kirstos irratti akka bobba’an, tuuta waldoota fayya qabeessa ta’an guutuu Ameerikaa fi addunyaa guutuutti akka dhaabamaniif jildii gabaabaa kana keessatti in dubbifatu. Hojiin Dr. Deeviis barnoota akka, Barumsa Macaafa Qulqulluu(thelogy), qu’annoo Macaafa Qulqulluu fi dhaabbii waldaa magaalaa keessa, barreeffama kanaaf akka hudee cimaa ta’e tajaajila. Dr. Deeviisf galata gudda qabna jechuun xiqeesu akk hin taane. Dubbistoonni of eeggannoodhaan barreeffama kan dubbisan akka nu’i baay’inaan irraa caqasnu ni hubatu, dhuguumaan barsiisa isaa baay’ee barreeffama kana keessatti galchine. Barreffami kun hojii guddaa inni nuuf dhiise darbe akka kabajuu fi dhugumatti waldoonni barsiisa sirri barsiisan baay’een, kanneen hawaasa hiyyummaan miidhaman keessatti alaabaa Kiristoos Yesuus kaasan, addunyaan jaalala Waaqayyoo Kiristoos keessatti ibsame beekee gara fayyinaatti akka dhufan akka ka’an in kadhanna. Namoota barreffam kana dubbisan hundaatti waamichi isaa gat guddaan haa dhagaa’amu. Waamich sunis Kirstosiin nutti haa agarsiisu, carraaqii waldaa dhaabu keenyaas haa damaqsu kanaanis ulfinasaaf mootummaa Kirstis haa babalatu

– Lubaa Teed Ismiiz.

Made with FlippingBook Ebook Creator