Qajeelfama Dhaabbii Waldaa: Church PLANT Manual, Oromo Edition

s eensa Luba Teed Ismiiz

Qajeelfami Dhaabbii Waldaa kan qoophaa’ee gareen waldaa dhaabuu yommuu leenjiin mana barumsaa Macaafa Qulqulluutti kennamuu fi garee keessaniif karoora ji’oota kukudha lamaan dhufaniif qajeelfama bu’uraa akka hubatan gargaaruuf, adeemsa qajeelfma bu’uraalee sana hojii galama qabuutti gedderuu keessatti ooganuuf. Qajeelamaa fi Manni barumsaa Macaaafa Qulqulluu mataan isaa warra waldaa haaraa dhaabani fi waldaa dhabbatte jirtu, warra geggeessummaa dura taa’a waldaa fuula duraatti tarkaanfachiisuf adeemsa kan barbaadaa jiran fi warra sochii waldaa dhaabuu si’eessaa jiran fi warra irra deebi’anii dhaabuuf (irra deebi’anii jalqabuuf, jajjabeessuuf, ykn irra deebi’anii beeksisuf)qophaa’a jiranif ilaalacha keessa galchuun qophaaa’e. Macaafa Qulqulluun tarsiimoo qajeelfama irratti hundaa’e fi haala waldaa dhaabuu irra deebi’anii dhaabuu, yeroo ce’umsaa fi wantota ittin hojii irra oolchan baayyisuf hojii irraa kan oolu dha. Kun waggoota nu’i garee adda addaa haala mataa isaanii adda ta’e keessatti tarsiimoo guddisuf leenjisaa turre keessatti mirkaneefameera. Kanaaf, jechoon akka “dhaabuu” fi dhaabaa jiraachuun jechoota qajeelfama waldaa DHAABUU Macaafa

1

Made with FlippingBook Ebook Creator