Qajeelfama Dhaabbii Waldaa: Church PLANT Manual, Oromo Edition

2 • Qajeelfama Dhaabbii Waldaa

Qulqulluu wajjin walitti dhufeenya akka qaban hubatamuutu irra jira Garee waldaa dhaaban hojii isaanii keessatti qopheessu fi gargaaruuf qajeelfami qophaa’e tokko ga’aa wanta hin jirreef, barreeffama kanatti dabalatee, gareen waldaa dhaabuu waldaan hundinuu leenjii Macaafa Qulqulluu yeroo mana barumsaa Macaafa Qulqulluu battaluma shaakala garee fi garee isaanii wajjjin karaa mataa isaanii adda ta’e hubatanii booda fudhatanii ittiin geggeefamu. Mana barumsaa Macaafa Qulqulluu caalaa immoo, tokkoon tokkoo garee waldaa dhaabuu warri World Impaaktii biraa mana barumsaa fi chaartera/mirga ittiin wanta tokko raawwatan/ isaanii raawwatani booda waldaa Waaqayyo laphee isaanii keessatti uumee ulfina isaaf dhaabuuf wanta barbaadanif, leenjisaa Macaafaa Qulqulluu bakkee/dirree baatii/ ji’oota kudha lamaaf isaanii wajjin adeemuu in kennamaaf

Made with FlippingBook Ebook Creator