Qajeelfama Dhaabbii Waldaa: Church PLANT Manual, Oromo Edition
108 • Qajeelfama Dhaabbii Waldaa
Hundaa Walitti Fiduu 1
I. Chaartariin maali? A. Galmee barreeffamaa akeeka garee waldaa dhaabuu ti B. Hoggansaaf mala itti gaafatamummaa dhiyeessa/kenna C. Jijjiiramni hojjettoota garee yoo jiraate gareen itti fufuu akka danda’uuf tarkaanfii ifa ta’e kenna. D. Hojicha xumuruuf yeroo murtaa’e kenna. II. Maaliif barbaachisaa ta’e? A. Gareen waldaa dhaabuu bu’aa utuu hin argatiin yeroo dheeraa turuu ykn dafanii abdii kutachuu danda’uu. Kan irraan kan ka’es dafanii addaan kutuu barbaadu. Chaarteriin addaan kutuu fi dadhabbii yeroo murta’aa kennanii hojjechuu xiqqeessa B. Gareen waldaa dhaabuu yeroo-yeroon itti gaafatamummaan barbaadu malee bulchiinsa xixqqoo miti. Chaartaroonni gareen qajeelfama isaanii ibsame keessatti waa uumuuu danda’uu akka qabaatu bilisa waan godhuuf garmalee ijaan arguun carraaqqii kana gufachiisu akka hin jirreef. Chaartaroonnis ibsa barreeffamaa galmootaa fi kaayyoo kennu kanaaf buufatawwan sakatta’iinsaa addaa karoora ibsameef itti gaafatamummaa kennan jiraachuu danda’u C. Chaartaroonni karoora barreeffama gareen adeeemsa jiru irraa akka hin maqnee fi waggaa itti aanuuf kan gargaaru fi carraaqqii qisaasama qabu xiqqeessuuf kan dhihaatanii dha.
1
Ripe for Harvest , fuula. 464-466.
Made with FlippingBook Ebook Creator