Qajeelfama Dhaabbii Waldaa: Church PLANT Manual, Oromo Edition
Wal ga’ii 4: Hundaa Walitti Fiduu • 107
Duudhaa/naamusa murteessaa fi gocha baay’ee gadhee
dubbii dhumaa/ bottom line
Gaaffii Xiyyeeffannoo Yeroo Marii
Naamusa Gooftaaf banaa ta’uu Gocha gadhee Tilmaama fi “laamsha’uu xiinxala”
Gaaffiiwwan waa’ee: • garee keessan qopheessuu • hawaasa itti xiyyeeffatame • jalqabbii kadhannaa tarsiimoon ta’e • qorannoo haala uummataa (demographic studies)
Yeroo dhaggeeffachuu fi xiinxaluu horachuu
Naamusa hawaasa hirmaachisuuf qabaachuu Gocha gadhee Sodaachisuu fi of tuulummaa
Ija jabinaafi ofitti amanamum maadhaan Kaadhimamuu Keessan jalqabsiisaa
Gaaffiiwwan waa’ee: • amala fi baay’ina taateewwan wangeelaa • walqunnamtii fi beeksisa taateewwanii • tola ooltota filuu fi qindeessuun • eenyummaa fi maqaa bakka lalla ba wangeelaa
Gaaffiiwwan waa’ee: • hordoffii fi walitti makamuu amantoota haaraa • jireenya garee xiqqaa uumuu • amala waaqeffannaa ummataa keessaa • caasaa fi hojimaata waldaa jalqabaa • jireenyaa fi guddina qaamaa jalqabaa • Waldaan aadaa keessa jirtuuf michomuu Gaaffiiwwan waa’ee: • namoota dhuunfaa fi geggeessitoota duuka uutu akka ta’an gochuu • miseensonni kennaa fi ba’aa (garee) adda baasuuf gargaaruu . • hoggansaaf ragaa • sirna waldaa, bulchiinsaa,
Naamusa Yeroo Waaqayyoo adda baasuuf ogummaa Gocha gadhee Obsa dhabuu fi soda Naamusa Giddugaleessa amanamaa irratti xiyyeeffadhu Gocha gadhee Tuffii fi bulchiinsa wantota xixiqqoo irratti xiyyeeffate Naamusa Dandeetti Hafuuraatti hirkachuu Gocha gadhee Bilusummaa ofiin filachuu ykn itti gaafatamuummaa
Beeksisa dhgna keetii kana gammachuud haan godhi
Amantoota amanamoo ta’an irratti gatii baasuu xiyyeeffadhu
Hojii Hafuura Qulqulluu wal irraa hi cinnee amanachuud haan itti gaafatamuum
Gaaffiiwwan waa’ee: • of keessatti hammachuu • walta’iinsaa fi waldaalee(associations) • hoggansa dabarsuu
• ce’umsa ergama Wangeelaa • walhormaata itti fufiinsa qabu
maa/ulee dabarsuu
dhowwachuu fi dafanii aaruuu
Made with FlippingBook Ebook Creator