Qajeelfama Dhaabbii Waldaa: Church PLANT Manual, Oromo Edition
106 • Qajeelfama Dhaabbii Waldaa
Haala Waliigalaa Marsaa Shaakala Mana Barumsaa Macaafaa Qulqulluu Waldaa Dhaabuu Magaalaa Warld Impaaktiif (World Impact) 1
Fakkeenya Warraa fi Ijoollee wajjin akka Waltti dhufutti
Hiikaa fi Kaayyoo
Hiika Garee miseensota waam amanii warra qajeelfama Hafuura Qulqulluu jalatti waldaa dhaabuuf of qopheessan ijaaruu Kaayyoo Uummataa fi hawaasa xiyyeeffannoo ta’an ilaalchisee, ijaarsa garee waldaa dhaabuu keessanii, hawaasaaf tarsiimoo araaraa qindeessuu, fi fedhii fi carraa isaa irratti qorannoo gochuu ilaalchisee Waaqayyoon barbaadaa Hiika Taateewwan lallaba wangeelaa ummata xiyyeeffannoo ta’e gidduutti gaggeessuun hawaasa filatame keessa seenuu Kaayyoo Garee sochoosuu fi tola ooltota filuun taateewwan wangeelaa itti fufiinsa qaban fi daawwannaa waliigalaa gaggeessuun hiriyoota fi ollaa gara Kirstos fiduu Hiika Garee jijjiiraman walitti qabuun walga’ii amantootaa naannoo uumuu, waldaa haaraa hawaasa keessa jiraniitti beeksisuu Kaayyoo Garee xixiqqoo(cell groups), qo’annoo Macaafa Qulqulluu, ykn tokkummaa mana keeessatti godhamuuf hordoffii, lallaba wangeelaa itti fufiinsa qabuu fi guddina itti fufiinsa qabu sana booda waldaa kiristaaaa amantoota baay’ee hammatu hudeessutti adeemuu. Hiika Duuka bu’ummaa miseensaa fi geggeessummaa kunuunsuu, miseensonni kennaa hafuuraa isaaniitti akka tajaajilan dandeessisuu, fi bu’uuraalee ciccimoo walga’ii kiristaanaa keessatti hundeessuu Kaayyoo Ba’aa fi kennaa miseensotaa irratti hundaa’uun dhagna keessatti gahee ijoo guutuudhaan duuka bu’ummaa dhuunfaa fi garee guddisuu Hiika Hoggantoonni akka ofiin of bulchaniif hidhachiisuu, aangoo itti dabarsuu , fi caasaa maallaqaan of danda’u uumuun waldaan akka of dandeessuuf humneessuu Kaayyoo Miseensota fi jaarsolii muuduu, paastarii/Tiksee qopheessuu, tokkummaa waldaa kiristaaaa guddisuu
Qopheessaa
Murtee fi yaada isa jalqabaa (decision and Conception)
Waldaa kiristaanaa Ta’i
Jalqabaa
Kunuunsa Dhaloochuu/ Dhaabuu duraa (Prenatal Care)
Waldaa kiristaanaa Babal’isaa
Walitti qabaa
Hundeefama/ dhalachuu waldaa (Childbirth)
Waldaa kiristaanaa Hundeessaa
Guddisuu/ kunuunsuu
Guddina fi Guddisuu (Growth and Parenting)
Waldaa kiristaanaaga’etti gochuu ykn jabeessuu
Ce’umsa
Bilchina hanga Ga’eessum maatti (Maturity to Adulthood)
Waldatti Baay’isuu (lakkoobsa nama)
1
Ripe for Harvest , fuula. 462-463.
Made with FlippingBook Ebook Creator