Qajeelfama Dhaabbii Waldaa: Church PLANT Manual, Oromo Edition
Seensa • 11
Walitti qabuu
Kunuunsuu
Ce’eumsa
Hoggantoota ofiin of bulchuuf hidhachiisuu, aangoo dabarsuu, fi caasaa walabummaa maallaqaa
Duuka buuttmmaa miseensaa fi geggeessummaa kunuunsuu, Walgahii kiristaanaa gidduutti Miseensonni kennaa hafuuraa isaanii keessatti akka hojjetan dandeessisuu, fi bu’uuraalee misoomaa jajjaboo ta’an diriirsuu Ba’aa fi kennaa miseensotaa irratti hundaa’uun dhagna keessatti gahee ijoo guutuudhaan duuka buuttmmaa dhuunfaa fi garee guddisuu
Garee xixinnoo(cels) namoota jijjiiraman walitti qabuun walga’ii amantootaa naannoo uumuu, waldaa haaraa ollaa hawaasa keessa jiraniif beeksisuu.
uumuun waldaan akka of dandeessuuf humneessuu
Miseensota fi jaarsolii muudaa, luba/Paastarii muudaatii walitti dhufeenya waldaa jajjabeessaa
Dukaa bu’uf lallaba wangeelaa itti fufiinsa qabuu fi guddina itti fufiinsa qabu gara dhaloota waldaa ummata duratti dhaabuuf akka ta’utti, garee xixqqoo, qo’annoo Macaafa Qulqulluu, ykn walga’ii manaa keessattii ijaaruun barbaaachisaa dha.
Da’umsa
Guddinaa fi ijoollee guddisuu
Gara nama guddumaatti bichinaan guddisuu
Gaaffiiwwan waa’ee: • Hammachuu • Walitti hidhamiinsaa fi waldaalee • Hoggansa dabarsuu
Gaaffiiwwan waa’ee: • Namoota dhuunfaa fi
Gaaffiiwwan waa’ee: • Hordoffii fi walitti makamuu amantoota haaraa • Jireenya garee xiqqaa uumuu • Amala waaqeffannaa mul’inattii/ ummataa • Caasaa fi hojimaata waldaa jalqabaa • Jireenya qaamaa fi guddina jalqabbii • Michooma aadaa waldaa Yeroo Waaqayyoo adda baasuuf ogummaa
geggeessitoota duka buutota taasisu/barsiisu • Kennaa fi ba’aa akka adda baasaniif miseensota(garee) gargaaruu . • Ragaa hogganssmmaa • Sirna, bulchiinsaa fi naamusa waldaa,
• Ce’umsa ergama wangeelaa • Walhormaata itti fufiinsa qabu
amanamaa ijoo irratti xiyyeeffadhu Dandeettii Hafuuraa irratti hirkataa ta’uu
Obsa dhabuu fi soda
Tuffii fi bulchiinsa xixiqqoo
Abbaa ta’uu fi saffisaan gadhiifamuu
Beeksifamuu dhagna keetii gammachuudhaan jaji
Amanamaa, itti dadhabuu xiyyeeffadhu
Hojii Hafuuraa wal irraa hin cinneen ulee sana ofitti amanamummaadhaan dabarsaa
Made with FlippingBook Ebook Creator