Qajeelfama Dhaabbii Waldaa: Church PLANT Manual, Oromo Edition

10 • Qajeelfama Dhaabbii Waldaa

Ibsa Gabaabaa Sadarkaalee Waldaa Dhaabuu of Church Plant Planning Phases 6 Luba, Dr. Doon L. Deviis

Qopheessuu

Jaqbuu

Garee miseensa warra geggeessummaa Hafuura Qulqulluun waldaa dhaabuuf of qopheessan jedhamee bekamu ijaaruu

Namoota xiyyeffataman gidduutti taatee wangeela labsuu dandaa’an raawwachuudhaan hawaasa filatame seenuu.

Hiika

Namoota beektanii fi ollaa keessan jiran Kirstosiin booji’uf, taatee walgeela labsuuf adeemsifamaa jiran raawwachhif, garee sochoosaatii tola ooltota filaa

Namoota fi hawaasa xiyyeffataman, ijaarsa garee waldaa dhaabu, tarsiimoo ittiin hawaasaa sanaaaf kadhatani fi fedhaa fi carraa isa irratti qorannoo geggeessan ilaalchisee, Waaqayyoon barbaadaa.

kaayyoo

Maatii fi ijoollee bakbuusa (Metaphor)

Murtee fi hubannoo Decision and Conception Kunuunsa dhalachuun duraa

Gaafii waa’ee: • Amalaa fi lakkoobsa taateewwan wangeela labsuuf raawwataman. • Quunamtii fi beeksisa taateewwan rawwatamanii • Tola ooltota filuu fi qindeessuu • Eenyummaa fi maqaa iddoo waldaan itti dhaabamuuf jedhuu.

Gaafii waa’ee: • Garee keessan qopheessuu • Hawaasa xiyyeeffatame. • Kadhata bifa haaraan tarsifame Strategic prayer initiatives • Qu’annoo haala uummataa (baay’ina sabaa ilaalchisee)

Gaafii yeroo marii taasifamu xiyyeeffannoon itti kennamu

Qulqullina geggeessaa Waldaa

Goofataaf of kennaa/banamaa ta’uu

Hawaasaatti makamuuf (wangeela labsuuf) kan jabina qabu

Miidhaa nama yaaddeessan

Tilmaama fi “xiinxala laamsha’aa” ta’e

Sodaachisuu fi of tuulummaa

Yeroo dhaggeeffachuu fi calaqqisiisuu kee guddisi.

walitti dhufeenya kee ija jabinaa fi ofitti amanamummaadhaan jalqabi.

Xumura/murtii

6

Mere Missions , fuula 248-249

Made with FlippingBook Ebook Creator