Qajeelfama Dhaabbii Waldaa: Church PLANT Manual, Oromo Edition

Seensa • 9

sochii Mootummichaa biyya lafaa hundumma keessattii fi amma handaara lafaatti isaa Yeusiif dhugaa ba’u malee 6. Sochiin akka hin dhaabbanneef wangeela labsuu itti fufaa. (Room. 1:16-17) Ergama isa guddichaa yaadachaa bakka wangeelli hin gaa’amne barbaachuu keessan itti fufaa; Chirstoosiin namootatti cimsitanii dhugaa ba’uuf naannoo/ haalaa mijeessaa. 7. Daangaa sanyii, gita, saalaa fi afaanii irra ce’aa darbaa. Cross racial, class, gender, and language barriers. (1 Qor. 9:19-22) Ergaa Mootummichaa warra naannoo aadaa durii waldaa kiristaanaa irraa fagoo ta’aniin ga’uf bifa haaraa amansiisaa Kirstosiiin ta’ee barbaachuuf bilisummaa keessan gargaaramaa. 8. Olaanttummaa aadaa wangelli itti labsamuu kabajaa Respect the dominance of the receiving culture. (Hojii Ergamootaa 15:23-29) Jechoota, afaan, aadaa, haala jireenyaa, fi muuxannoo warra Chirstosiin akka Gooftaaa isaaniitti simataniin, mul’ata, fi sakkoo(ethics) Mootummaa Waaqayyoo bifa namaatiin mul’isuf, Hafuura Qulqulluuf eyyamaa. 9. Namootatti hirkachuu of irraa fageessaa Avoid dependence. (Efe. 4:11-16) Waldaa guddachaa jirtuu akka gadiitti hin ilaalinaas itti waakkatinaas; Hojii Waaqayyoo isaan giddutti raawachuuf, humna Hafuuraa hawaasa Kiristaanaa xinnoo illee gidduu jiru akka laayyootti hin ilaalinaa. 10. Akkaataa/haalaa ittiin baay’iftan yaadaa Think reproducibility. (2 Xim. 2:2; Fil. 1:18) Karaa fi xumura carraaqqii ergama walgeelaa keessanii ilaalchisee, gochaa fi tilmaama/projektii

hunda kakaaftan, sammuu banamaa qabaachuudhaan akkuma isaan kana godhaniif ija/ haalaa warra kaan hidhachiisuutiin yaadaa.

Made with FlippingBook Ebook Creator