Qajeelfama Dhaabbii Waldaa: Church PLANT Manual, Oromo Edition

116 • Qajeelfama Dhaabbii Waldaa

adda addaa qabu. Akkasuma nus immoo utuma baay’ee taanee jirruu, Kristositti dhagna tokko; nuyis bu’aa dhagna walii ti. Akka ayyaana Waaqayyoo isa nuuf kennameetti kennaa garaa garaa qabna; kennaan isaa waan Waaqayyo namatti ibsu dubbachuu yoo ta’e, akka amantichaa wajjin waliif galutti dubbachuu dha. 1. Guyyaa hudumaa guutummaa walitti dhufeenya (network)garee keessaniif kadhachuun dadabarsaa, Er. 33:3. 2. Hojjettoota ciccimoo ta’an dammaqinaan qacaruun dhaabbata keessanitti makaa, 2 Xim. 2:2. 3. Miseensota garee amanamoo ta’aniif aangoo kennuun bakka buusuu Gaafiii kee: Waldaa dhaabuun keenyaa miseensota garee hunda caalan tarsiimoo waldaa dhaabuu keessanii deeggaruuf argachuu dandeenyu qacarraa, hidhachiisaa, fi gadhiisaa jiraa

Galata Isa Xumuraa

Garaa kee guutuu Waaqayyoon amanadhu, hubannaa ofii keetiitti hin hirkatin! Karaa kee hundumaatti isa yaadi, innis daandii kee siif in qajeelcha.

~ Fakke.3:5-6

Made with FlippingBook Ebook Creator