Qajeelfama Dhaabbii Waldaa: Church PLANT Manual, Oromo Edition

Gilgaala Garee: Hundaa Walitti Fiduu • 119

Gilgaala 10 Kaaleendara Dhaabbii Waldaa Qopheeessuu/Uumuu 1

Gareen keessan waldaa dhaabuuf ykn irra deebi’ee graphic dhaabuuf karoora tarsiimoo qopheessuu barbaachisa.

Qajeelfama Galma Leenjisaa Wangeelaa kee waliin gilgaala gareetiin yeroo hojjettu adda baafte irratti hundaa’uun ji’oota 12 itti aanan kalaandara garee qopheessi. A. Yaadannoowwan waraqaa fayyadamuun sagantaa mul’ataa/ifa ta’e gabatee irratti uumi.

1. Gubbaa gabatichaa irratti, ji’oota 12 itti aanan tokkoon tokkoon isaaniif kaardii tokko kaa’i, bitaa gara mirgaatti

WAXA BAJJII

Torbban CAAM.

BITOO.

EEB.

FUUL. ONKO.

1 2 3 4 5

2. Tokkoon tokkoon galma ji’oota 12 itti aananiif yaadannoo post-it qofa irratti barreessi: a. Maaltu xumuramuu qaba

1 Gilgaala Mna barumsaa Macaafa Quqlluu Ripe for Harvest , fuula . 464-466 irraa kan fudhatame.

Made with FlippingBook Ebook Creator