Qajeelfama Dhaabbii Waldaa: Church PLANT Manual, Oromo Edition

120 • Qajeelfama Dhaabbii Waldaa

b. Guyyaa xumuraa (yoo barbaachisaa ta’e immoo guyyaa jalqabaa)

Hubachiisa: Gareen tokko tokko nama itti gaafatamummaa qabuun koodii/seera halluun, kaan marsaa/sadarkaa DHAABUUtiin, kaan immoo tasuma koodii halluu hin qaban.

3. Tokkoon tokkoon yaadannoo ji’a bakka isaa ta’etti kaa’i. 4. Kutaa karoora duraan goote kam iyyuu irratti sirreeffama gochuu yoo barbaadde ilaali. a. Gocha/hojjii tokko yeroo biraatti dabarsuu b. Gocha tokko gara guyyaa duraa ykn boodaatti dabarsi c. Yaada haaraa dabali d. Yaada tokko ofirraa fageesuu 5. Yaadannoowwan sana waraqaa irratti maxxansi. Waraqaa sana gara manaatti geessuuf mariitii iddoo irra deebi’amee hojetamuu/uumamuu danda’u kaa’i. B. Bu’aa argame unka chaartaraa irratti gabaabsi. 1. Ibsa mul’ataa fi ibsa unka irratti gaafataman hunda barreessi. 2. Dheerinni chaartaraa gaafatame akka waliigalaatti guyyaa ibsa mul’ata keessanii irraa eegaleeti. Garuu haala muraasa tokko tokko keessatti, Duraan dursitee keesa deebii chaartaraa sirnaa qabaachuu yoo barbaadde gabaabaa ta’uu danda’a.

Made with FlippingBook Ebook Creator