Qajeelfama Dhaabbii Waldaa: Church PLANT Manual, Oromo Edition
J eCha dhumaa Lua, Teed Ismiiz
Kitaaba kana keessatti barreeffama hojiin keenya irratti hundaa’e hedduu hubanneerra. Barreeffamooni kun bifa dijitaalaatiin akkasumas karaa Amaazoon bitachuuf World Impact’s Evangel Church Planting Bookshelf (worldimpact.org/cpbookshelf) irratti salphaatti isiniif argamu. Kan armaan gadii seensa barreeffamoota ijoo atii fi gareen kee hojii waldaa dhaabuu yeroo itti fuftan, qajeelfama/ seera bu’uuraa Mana Barumsaa Macaafa Qulqulluu dhaabbbii Waldaa Magaalaa hojii irra oolchuudhaan gargaaruu danda’ani dha Isa Bilchaate sassaabuu: Waldoota Fayya qabeessa ta’an Magaala keessatti Dhaabuuf Kitaaba Qajeelfamaa Kitaabni qajeelfamaa kun barreeffama jalqabaa Mana Barumsaa Macaafaa Qulqulluu Wangeelaa yommuu ta’u, adeemsa waldaa dhaabuu aadaa, naannoo, hawaasaa fi haala addaa magaalaa keessatti calaqqisu kabaju kan ibsu dha. Malli DHAABUU ibsame gareewwan waldaa dhaabuu magaalaa naannoo rakkatan garuu hafuuraan bilchaatan naannoo wangeelli hin qaqqabnetti bobbaasuuf yeroo barbaadanitti akka hin kufnee fi akka hin
127
Made with FlippingBook Ebook Creator