Qajeelfama Dhaabbii Waldaa: Church PLANT Manual, Oromo Edition
132 • Qajeelfama Dhaabbii Waldaa
dhugaa Kirstosiif akka ta’u gochuun akka argattu si haa gargaaru—Ija/firii yeroo dheeraaf turu.
Hundee Qulqulluu: KItaaba Xiqqoo Duudhaa Barbaachisoo/ Guddaa Deebisuu irratti Amantiin kiristaanaa nama fi hojii Yesus nama Naazireet, Kiristoos, isa foon uffachuu, fannifamuu fi du’aa ka’uun isaa bara baraan addunyaa jijjiire irratti kan hundaa’e dha. Waggoota 100 fi 500 Dhaloota Kirstos Dura/Dh.K.D.tti warri isatti amanan namoota lakoosaan xiqqoo ari’atamaa turan irraa gara sochii cimaa daangaa impaayera Roomaa irra fagoo caalan ta’aiiru. Hundeen barri kun uume, qajeelfama keenya (Caaffata Qulqullaa’oo), waaqeffannaa keenya, fi amantii keenya (amantii gurguddoo Waldaa Kiristaanaa, fi seera giddu galeessaa Amantii, keessumaa barumsa Sadan tokkummaa fi Kiristoos ilaalchisee) nu’if kenneera. Kitaabni kun akkamitti amantii keenya yeroo ammaa kana deebifnee haaromsuu fi hundee kana, Hundee Qulqulluu keenya, Duudhaa Guddaa Waldaa warraaqsa kiristaanaa jalqabde deebifachuu akka dandeenyu yaada kenna.
Made with FlippingBook Ebook Creator