Qajeelfama Dhaabbii Waldaa: Church PLANT Manual, Oromo Edition

Gilgaala Garee: Qopheessu • 31

Gilgaala 1 Haala Waliigalaa Ijaaraa/Diriirsuu 1

Gareen kee haala keessa jiru, hawaasa xiyyeffannoo jala jiru, fi qormaata haala filatame sana fiduu danda’u hubachuu qaba

Qajeelfama Gaafilee armaan gadii irratti mari’adhaatii deebii keessan galmeessaa. Yaada tokko adda baasaatii irratti xiyyeefadhaa. 1. Hawaasni isin irratti xiyyeeffatan eenyuu? 2. Waa’ee hawaasa sanaa maal beektu (odeeffannoo haala uummataa)? 3. Waa’ee hawaasa sanaa maal barachuu barbaada? 4. Saba ykn garee(wwan) namootaa kam irratti xiyyeeffatta, maaliif? 5. Waldaa Kiristaanaa kan biroo irraa maaltu adda si godha? 6. Ibsa ykn yadi kkee 2 waldaa kiristaanaa maal fakkaata? 7. Waldaan keessan networkii, garee amantii ykn walitti qabama/tokkummaa/ attamii wajjin walitti dhufeenya qaba? Gaaffiiwwan adeemsa Keessan Biroo agarsiisan a. Dambii ittiin bulmaataa waldaa, fi ibsi amantii bakka isaa jiraa? Yoo hin taane akkamitti karaa keessaan isaan guddiftu?

1 Shaakala Mana Barumsaa Wangeelaa irraa kan fudhatame Ripe for Harvest , fuula 79−92. 2 Marii ibsa waldaa adda addaa ilaalchisee Ripe for Harvest , fuula 87–92 ilaali.

Made with FlippingBook Ebook Creator