Qajeelfama Dhaabbii Waldaa: Church PLANT Manual, Oromo Edition

32 • Qajeelfama Dhaabbii Waldaa

b. Karaa xalayaa murtootiin haala gibira irraa bilisa ta’uuf, yoom hammattu? 3 c. Faayinaansii/maallaqa fi maallaqa mana baankii kaa’ame sirnaan akka qabamu akkamitti to’attu? d. Haala 501c3 hordoftaa?. Marii keessan irratti hundaa’uun galma keessan ji’oota 6-12 itti aanan qopheessaatii galmeesaai. Galmi kee kan safaramuu danda’u ta’uu isaa mirkaneessaa, guyyoota murtaa’oo ta’an dabalaatii namoota galma sanaaf itti gaafatamummaa qaban agarsiiaai. Murtee tokko hanga Mana Barumsaa Macaafa Qulqulluu gara fuula duraattii dabarsuun homaa miti, hanga galma fi guyyaa murtoon itti murtaa’uu qabu hundeessitutti.

3 “Church and State” in Planting Churches among the City’s Poor: An Anthology of Urban Church Planting Resources , Vol. 2, Wichita: TUMI Press, 2015, fuula . 358 ilaali.

Made with FlippingBook Ebook Creator