Qajeelfama Dhaabbii Waldaa: Church PLANT Manual, Oromo Edition

34 • Qajeelfama Dhaabbii Waldaa

Dhimma isa Guddaa Ilaaluu : Chaartii Duudhaa/Mul’ata Ibsuu Warra armaan gadi 1-7 (“1’’ –huda caalaa barbaachisaa) Hundi isaanii barbaachisoo ta’an illee torba qofa filadhaa. Duudha walitti hin makinaa! ___ Dubbi/sagaleeWaaqayyoo barsiisuu ___ Tokkummaa ___ Gareewwan xixiqqoo ___ Waaqaeffannaa ___ Kadhata ___ Leenjii/Kennaatti gargaaramuuf miseensota hidhachiisuu ___ Dargaggoo saafelaa fi ijoolleef tajaajila ___ Hoggansa tasgabbaa’a ___ Hawaasa keessatti maqaa gaarii qabaachuu ___ Kennaa Hafuuraa gargaaramuu ___ Bakka bu’umsa aadaa baay’ee ___ Akkaataa waaqeffannaa ___ Akkaataa lallabaa ___ Bifa Waaqaeffannaa ___ Akkaataa ta’umsaa nama hawwatu ___ Xiyyeeffannoo sabaa/aadaa ___ Caasaa garee ___ Karoora/tooftaa lallaba Wangeelaa ___ Dhimmoota haqaa ___ Akkaataa hoggansaa ___ Bulchiinsa Waldaa ___ Maallaqa dursuu ___ madaqasuu fi hordoffii ___ Adabbii hafuuraa (qorannoo, kadhannaa) ___ Dhagna Ijaaruu ___ Iddoo lallabaa (waldaa guddooo jalatti) ___ Ga’eessotaaf tajaajila ___ Gorsa/eegumsa/kunuunsa ___ Tajaajila muuziqaa ___ Tajaajila haqa hawaasaa ___ Duuka buttummaa ___ Bulchiinsa ___ Ergama wangeelaa adduynaa ___ Hawaasa qaqqabu/bira ga’uu ___ Karoora baasuu fi galma kaa’uu ___ Hirmaattota haaraa ofitti madaqsuu/makuun ___ Hariiroo walitti dhiyoo ___ Qulqullina barsiisaa ___ Sagantaa adda addaa ___ Kan biroo:

Made with FlippingBook Ebook Creator