Qajeelfama Dhaabbii Waldaa: Church PLANT Manual, Oromo Edition
Seensa • 5
Waaqayyoo taatee namootaaf biyya lafaaa dukanaa’a kana keesssaa carraa birmaduu akka barbaadatan taasiftti. Yesus “hojii seexanaa barbadeessuf wanta dhufeef” Gallanni Waaqayyoof haa ta’u. (1 Yoha.3:8). Ergaan Phaawlos Hojii Ergamootaa Dursa: Marsaa Phaawuloos 3 Warld Impaakt akka dhaaabbata ergama wangeelaatti, Akka Hojii Ergamootaa keessatti argamutti, hojii ergama Wangeelaa ergamaa Paawlos fi garee ergama wangeelaa isaatii, carraaqii waldaa kiristaanaa dhaabuu keenya jabeseera. Toorri armaan gadi jiru, warra waldaa kiristaaanaa dhaabuuf tooftaa barbaadaa jiranif in gargaara. 1. Misiyoonota/Ergamoota wangeelaa/ Filataman Muudaman : Hojii Ergamootaa 13:1-4; 15:39-40; Galaa. 1:15-16 2. Dhaggeefatota Qunnaman: Hojii Ergamootaa 13:14-16; 14:1; 16:13-15; 17:16-19 3. Kan Wangeelli ittiin ga’aame: Hojii Ergamootaa 13:17-41; 16:31; Rom. 10:9-14; 2 Xim. 2:8 4. Warra dhaga’ee Jijjiiraman: Hojii Ergamootaa. 13:48; 16:14-15; 20:21; 26:20; 1 Tasalon. 1:9-10 5. Amantota walitti qabanman/ Waldaa ta’an: Hojii Ergamootaa 13:43; 19:9; Rom. 16:4-5; 1 Qor. 14:26 6. Amantii Mirkaneefame: Hojii Ergamootaa, 14:21-22; 15:41; Rom. 16:17; Qol. 1:28; 2 Tasa. 2:15; 1 Xim. 1:3 3 The “Pauline Cycle” terminology, stages, and diagram are taken from David J. Hesselgrave, Planting Churches Cross-Culturally , 2nd ed. Grand Rapids: Baker Book House, 2000. “Evangelize, Equip, and Empower” and “PLANT” schemas for church planting taken from Crowns of Beauty: Planting Urban Churches Conference Binder , Los Angeles: World Impact Press, 1999 and Ripe for Harvest: A Guidebook for Planting Healthy Churches in the City , Wichita: TUMI Press, 2016, p. 61.
Made with FlippingBook Ebook Creator