Qajeelfama Dhaabbii Waldaa: Church PLANT Manual, Oromo Edition
4 • Qajeelfama Dhaabbii Waldaa
Guyyaan firdii dhumaa fi mo’ichi guddaan seexana irratti in ta’a. “ Ibiddaa fi dhagaa boba’u baraa hamma barabaraatti dhiphifamuuf jiru .Mul. 20:10 .” Mootumman fi/ykn aanogoon hundinuu seexana irraa in fudhatama. Hundinuu, abbaa mirgaa barreessaa fi qabeeynaa, Yesus Mootichatti deebi’ee in kennama, Haaluma wal fakaaataan, namoonni jireenya isanii guyya guyyaa biyya lafaa keessa ykn waldaa kiristaanaa keessa jiraatu. Biyyi lafaa seexanaan to’atama. Karaa biraan immoo waldaan kiristaanaa to’annaa Hafuura Qulqulluu jala jrti Kun hubannoo keenya barbaachisummaa waldaa kiristaanaaf ijoo dha. Barreffami/luqqis lama, Efesoon keessatti, Efesioon 2:12-22 fi Efesoon 3:10-21 ilaalacha keenyaaf baay’ee nu gargaaru. barreffami kun lamaan gaaffichaaf deebii lama kennu, “Waldaa Kiristaanaa dabalataa maaliif barbaanna?” Jalqaba, barreeffa kana lamaan irra akka hubannu Waaqayyoo waldaa kiristaanaa keessatti (saba Isaa gidduutti) akka hojetu. Kana karaa biraan yommuu jennu, are helpful in our considerations. Bakka (iddoo, fi/ykn haala) fayyisuun Waaqayyoo, Hafuura Qulqullu isa nama jajjabeessu, fi jireenyaa fi dhuga ba’umsi sirrii ta’e ibsamu itti barreefamoonni kun Waaqayyoo karaa waldaa kiristaanaa( karaa saba isaatii) akka hojetu hubachiisu. Dhugaa kana kara ibsuun, waldaan kiristaanaa “abbaana(wakiila)” Waaqayyoo, fedhii kan qqabduu fi tajaajiltuu kaayyoo mootummaa Waaqayyoo biyya lafaa keessatti bal’isuf Waaqayyoof argamtuu jechuu dha. Waaaqayyo karaa waldaa kiristaanaa biyya lafaa ofitti araarfata. 2 Dubbiin dhugaa Macaafa Qulqulluu, namooota lola , garbbummaa, badii fi karoora diinaa, jala jiraniif waldaa kiristaanaa qofatu abdii dha. Dhiibbaan isaa iddoo hundumaa yoo jiraate iyyuu, waldaan kiristaanaa iddoo fi qakiila 2 Marii gadi fagoo waldaa akka “locus” fi “agent” tti seminaara “Theology of the Church for Team Leaders” in The Timothy Conference Workbook , Wichita: Mana Maxxansaa TUMI , 2005, fuula . 39-46 ilaali. argamu dha. Fedhiin isaa waldaa kiristaanaa keessatti namummaa haaraa tolchu/hojechu dha. Lammaffaan,
Made with FlippingBook Ebook Creator