Qajeelfama Dhaabbii Waldaa: Church PLANT Manual, Oromo Edition

60 • Qajeelfama Dhaabbii Waldaa

5. Amantii dhuunfaa ofii namoota biraaf qooduu/ namoota biraatti himuu 6. Qajeelfama naamusa jireenya hafuuraaf 7. Walitti dhufeenya Kunuunsa paastarii/tiksee wajjini: ijaaruu/fooyyeessuu fi to’annoo E. Qajeelfamoota fi gochaalee Hordoffii 1. Galma duuka bu’ummaa hubadhu: Duuka bu’oota malee warra jijjiiraman miti, Mat. 28:18-20 2. Bu’uuraalee ofuma keetii baradhu: Akka hordofamaa jirtuu mirkaneeffadhu, Luqaas 6:40 3. Mala fi tooftaa utuu hin ta’in sagalee Waaqayyoo irratti xiyyeeffadhu, 1 Phex. 2:2 4. Namoota jijjiiraman hundumaa akka haaraa reefuu kirstosiitti dhalatuutti eeggannoo godhaa: tokkollee hin dhiisinaa 5. Ijoollee hafuuraatti guddiftan mataa keessanii qabaadhaa/guddifadhaa, ykn namoota kan biroo isaan uddisan barbaadaa 6. Bu’a qabeessummaa hordoffii garee xiqqaa (cell group) keessatti hubachuu a. Hiriyummaa b. Jaalala/michummaa c. Muuxannoo waliinii d. Sirna barnootaa/Kaarikulamii, yeroo fi qabeenya guddisuu e. Hoggansa guddisuu 7. Hojii hordoffii keessatti illee oikos irratti xiyyeeffadhaa

Made with FlippingBook Ebook Creator