Qajeelfama Dhaabbii Waldaa: Church PLANT Manual, Oromo Edition

Kutaa 2: Eegaluu fi walitti qabuu • 59

eeguuf paastaroota/tiksitoota sodaa Waaqayyoo qaban barbaadu, Ibr. 13:17

C. Sochii Hordoffii Dynamics of Follow-up 1. Walgahii amantootaa naannoo tokkotti maxxanuu, Ibr. 10:24-25 2. Murtii booda qunnamtii battalaa fi kan wal irraa hin cinne 3. Barsiisa(doctrine) guddisuu fi Barsiisuu 4. Hiriyummaa tarsiimoon ta’e 5. Beekamtii fi keessa seenuu Oikos 6. Nyaachisuu fi Kunuunsuu 7. Hariiroo haaraa dhagna Kirstos keessatti ijaaruu D. Hojiiwwan Hordoffii 1. Cuuphaa 2. Barumsa fayyinaa fi Mootummaa keessatti hubannoo gadi fagoo qabaachuu 3. Dhagna(dhagna Kirstos) keessatti hiriyummaa uumuu: amantoota waliin hariiroo haaraa uumuu a. Garee Xiqqoo (Cell group) b. Hariiroo dhuunfaa c. JIreenya Dhagnaa d. Miseenssummaa 4. Yukaarsitii(Eucharist) (Irbaata Gooftaa) fi naamusa waaqeffannaa Dhagna Kirstos keessatti ta’u

Made with FlippingBook Ebook Creator