Qajeelfama Dhaabbii Waldaa: Church PLANT Manual, Oromo Edition
58 • Qajeelfama Dhaabbii Waldaa
b. Firii/ija kennuu – Ergama isa Guddaa (The Great commission) raawwachuuf jecha hamma dandeenye ariitiidhaan duuka buutota baay’ee kaasuuf Waaqayyoon fayyadamuu, Yohaannis 15:16 3. Ulfina Waaqayyoof – dhuma waan hundumaa, Room. 11:36 B. Hordoffiin maaliif barbaachisa 1. Barbaachisummaa eegumsaa: namoonni haaraan jijjiiraman balaaf saaxilamoo dha (fkn, fakkeenya biyyoo, Maat. 13) 2. Jireenya isaanii, Kirstositti eenyummaa haaraa, irra deebi’anii qajeelchuu barbaachisa: namoonni haaraan jijjiiraman miira ofii ta’uu fi tasgabbii barbaadu, 2Qor. 6:14-18 3. Barbaachisummaa barsiisa, kunuunsuu fi nyaachisuu itti fufiinsa qabu: namoonni haaraan jijjiiraman sagalee fi fedha Waaqayyoo hubachuu qabu, 1 Phex. 2:2; Ibr. 5:11-6:4 4. Barbaachisummaa hiriyootaa fi akkaataa jireenyaa haaraa ilaalcha mootummaa irratti hundaa’e qabaachuu/horachuu: namoonni haaraan jijjiiraman jireenya qulqulluu jiraachuuf kan isaan jajjabeessu michoota barbaadu, Yohaannis 13:34-35 5. Barbaachisummaa kunuunsa idilee, maatii fi paastarii/ tiksee: namoonni haaraan jijjiiraman lubbuu isaanii a. Sobaa fi shira seexanaa b. Kunuunsa biyya lafaa c. Gad fageenyaa fi beekumsa ga’aa
Made with FlippingBook Ebook Creator