Qajeelfama Dhaabbii Waldaa: Church PLANT Manual, Oromo Edition
Kutaa 2: Eegaluu fi walitti qabuu • 57
hubadhu; nama dhuunfaa qofa utuu hin ta’in oikos milkoomuu kee cimsii barbaadi b. Toora hariiroo keessatti dhiibbaa itti fufiinsa qabuuf bu’uura sirrii kaa’aa. c. Utuma jijjiirama dhuunfaa jabaa barbaaddanii, guuutummaa oikosif kaayyyoo qabaadha . d. Tokkoon tokkoo namoonni jijjiiramaan hundi Oikos mataa isaaniittiif Indiriyaasiin akka ta’aan jajjabeessaa (Yohaannis 1:40-43). e. Ergaa oduu gammachiisaa uumamaan karaa hariiroo oikos warra jijjiiramanii argitan akka sochoosuuf, Waaqayyo, Hafuurra Qulqulluun eegaa. A. Hiika: Kaayyoo ijaarsaa fi ija/firii godhachuuf maatii Waaqayyoo keessatti hammatamuu, ulfina Waaqayyoof. 1. Maatii Waaqayyoo keessatti hammatamuu – seensa fi simannaa maatii Waaqayyootti, Room. 15:5-7 a. Waan qabatamaan qabatamaa ta’e akka mul’atu gochuu b. Akka giddu galeessa koinonia (tokkummaa)tti baga nagaan dhufte, 1 Yohaannis 1:1-4 2. Kaayyoo fooyyeessuu/ijaarsaa fi firii/ija godhachuuf a. Fooyyeessuu/guddissuu– namoot kan biroo gara II. Hordoffii: Maatii Waaqayyoo keessatti hammachuu fi kunuunsuu
guutummaa Kirstositti gugddisuu, gara bilchina Kirstositti (Kristos fakkaachuu), Efe. 4:9-15
Made with FlippingBook Ebook Creator