Qajeelfama Dhaabbii Waldaa: Church PLANT Manual, Oromo Edition
56 • Qajeelfama Dhaabbii Waldaa
a. Lallabni Wangeelaa Oikos yaada macaafa qulqulluuti – Yesusii fi ergamoonni haala kanaan tajaajilaa turan. b. Oikos networkii keenya isa uumamaa fi balaa xiqqaa qabu fi hariiroo jiruu dha (waamicha qabanaa’a miti, ykn bifa dhugaa jireenyaa fi wangeela hiriyummaa giddutti lallabamuu dha.). c. Namoonni Oikos akkuma beekamu namoota kan biroo biratti dhageetti qabu (seenaa, muuxannoo, fi ilaalcaha tokko/wal fakaatu irratti kan hundeefame). d. Hariiroon Oikos kan inni “keessatti ijaarame” ykn ergama wangeelaa nannoo mana jireenyaati. e. Hariiroon Oikos hodoffii salphisee (dadhabii namoota hordofanii salphisuudhaan) fedhii nama tokkoo irratti kan hin xiyyeeffanne dha. f. Oikos gareen maatii hundi xiyyeeffannoo keessa akka galan eyyama /taasisa. g. Hariiroon Oikos yeroo hunda bu’uura sanyii qunnamtii deebisee haaresa.
Yaadannoo: Wangeelli akkamitti gare kee dhufe? Walitti hidhamiinsa oikos mataa keessanii barbaadaa/faana dahaa. argadhaa hordofaa!
3. Hiika lallaba wangeelaa magaalaa irratti qabu a. Hariiroo dhuunfaa uumtuu fi guddisuu hunda keessatti “bu’aa dinagdee” qabaachuu isaa
Made with FlippingBook Ebook Creator