Qajeelfama Dhaabbii Waldaa: Church PLANT Manual, Oromo Edition

68 • Qajeelfama Dhaabbii Waldaa

8. amoota haaraa jireenya waldaa keessatti haala salphaan akkamitti hammachuu fi hirmaachisuu dandeessu? 9. Miseensa waldaa ta’uu jechuun maal jechuudha, namni hirmaataan tokko miseensa ta’uuf maal gochuu qaba

Marii keessan irratti hundaa’uun galma keessan ji’oota 6-12 itti aananiif qopheessaatii galmeessaa. Galmi keessan kan safaramuu dandaa’an, raawwatamuuf guyyoota murtaa’an qabaachiuu, fi galama sanaaf namoota galma sanaaf itti gaafatamummaa qaban agarsisuu isaa mirkaneeffadhaa. Guyyaa murtoon itti murtaa’uu qabu hundeessitaniittu taanaan, murtee tokko hanga mana Barumsaa Macaafa Qulqulluu boodaatti dabarsuun homaa miti.

Made with FlippingBook Ebook Creator