Qajeelfama Dhaabbii Waldaa: Church PLANT Manual, Oromo Edition
Gilgaala garee: Eegaluu fi walitti Qabuu • 67
Gilgaala 7 Lallaba Wageelaa fi hordoffii 1
Gareen keessan taateewwan wangeelaa fi hordoffii ummata xiyyeefatame gidduutti gaggeessuuf tarsiimoo fi karoora qabaachuu barbaachisa. Qajeelfama Gaaffiilee armaan gadii akka gareetti mari’adhaa deebii keessan galmeessaa. 1. Waldaa irratti dabaluudhaaf taateewwan wangeelaa akkamii geggeessitu? 4. Amantoota haaraa hordofuuf akkasumas lallaba wangeelaa itti fufuuf garee xiqqoo (cell group) ykn qo’annoo Macaafa Qulqulluu akkamitti ijaarta? 5. Hawaasa keessaa eenyu waliin qunnamtii lallaba wangeelaa jalqabaa kee hordofta, lallaba wageelaan akamitti isaan bira geessa? 6. Akka gaariitti tajaajiluu fi namoota naannoo keessanii bira ga’uuf, qabeenyi naannoo, magaalaa, kutaa biyyaa, ykn waldaa itti fayyadamuu dandeessan jiruu? 7. Namoota haaraa jijjiiraman fi namoota hirmaatan akkamitti hordoftu? Hordoffii eenyutu itti gaafatamummaa qaba, meeshaalee akkamii isaan barbaachisa? 2. Amantoota haaraa wajjin akkamitti hordoftu? 3. Haala galmee akkamii hordoffiif fayyadamtu?
1 Gilgaala “Expand the Church” and “Establish the Church” jedhu irra kan fudhatame in Ripe for Harvest , fuula 288-291 and 296-300.
Made with FlippingBook Ebook Creator