Qajeelfama Dhaabbii Waldaa: Church PLANT Manual, Oromo Edition

66 • Qajeelfama Dhaabbii Waldaa

Gaaffilee Marii Walgahii Biroo a. Bakka walga’ii qabaachuun yoom si barbaachisa? b. Maallaqaan maal si barbaachisa? Jalqaba irratti jalqabuuf meeshaalee maaltu si barbaachisa? c. Tajaajilli torban torbaniin kennamu aadaan maal fakkaata, tokkoon tokkoon haala tajaajilichaaf eenyuutu itti gaafatamummaa qaba? Marii keessan irratti hundaa’uun galma keessan ji’oota 6-12 itti aananiif qopheessaatii galmeessaa. Galmi keessan kan safaramuu dandaa’an, raawwatamuuf guyyoota murtaa’an qabaachiuu, fi galama sanaaf namoota galma sanaaf itti gaafatamummaa qaban agarsisuu isaa mirkaneeffadhaa. Guyyaa murtoon itti murtaa’uu qabu hundeessitaniittu taanaan, murtee tokko hanga mana Barumsaa Macaafa Qulqulluu boodaatti dabarsuun homaa miti.

Made with FlippingBook Ebook Creator