Qajeelfama Dhaabbii Waldaa: Church PLANT Manual, Oromo Edition
Seensa • 7
akkaataa ergama wangeelaa/misiyoonummaa ittiin raawwatamu dachaa sadii, wangeelaa baballissuu, hidhachiisuu fi aangessuu qopheeseera. Tarsiimoon DHAABUU akkaataa misiyoonummaa kan irraa kan dhalate dha. Kunis dhalachuu Mana Barumsaa Macaafa Qulqulluu Dhaabbii Waldaa meeshaa fi leenjii Magaalaa akka dhaltuf sababa ta’eera. Ibsa Gabaabaa Dhaabbii Waldaa 4 Akkaataa itti Waldaa DHAABAN • Garee waldaa dhaabuu ijaaraa Form a church plant team. • Naannoo waldaan dhaabamuu fi saba dhaabamuuf filadhaa. • Qu’annoo haalaa baay’ina uummataa fi aadaa geggeessuu. Jalqabaa: Waldaa kiristaanaa baballisuu Qajeelfama: Hawaasichatti akka dabalmaniif namootaa afeeruu eegalaa. Walitti qabaa: Waldaa Ijaaraa Qajeelfama: Waldattii iddoo isheen bakka hawaasaa keessatti beeksifamtutti fidaa. • Garee xixinnoo (cell group), qorannaa Macaafaa Qulqulluu kan kana fakkaatan ijaaraa. • Amantotaa haaraa duukaa bu’aa Follow up with new believers. • Geggeesitota warra kaan keessaa mul’atan adda baasaatii leenjisaa. • Tola-ooltota dabalataa filaaatii leenjisaa. • Taatewwan wangeelaa ta’an geggeessaa. WANGEELA LALLABAA Of qopheessuu: Waldaa KIristaanaa ta’uu Qajeelfama: Waldaan kiristaanaa Waldaa jiru irraa dhalatte. • Kadhdhaa.
• Waldaa haaraa sana naannootti beeksisaa. Kunuunsaa: Waldatti guutummaatti guddisaa
HIDHACHIISAA
Qajeelfama: Geggeesitoonni kennaa isaaanii guddatu to’annaa geggeesitota waldaa/paastarii/ jalatti in guddifatus in shaakalus . • Duuka buutummaa dhuunfaa fi garee guddisaa. • Kennaa Hafuuraa adda baasaatii itti gargaaramaa. Akkasumas waldaa keessatti shoora ijoo ta’an guutaa (qaawwa jiru).
4 Mere Missions , Wichita: Mana maxxanssaa TUMI 2022. Fuula 234-236.
Made with FlippingBook Ebook Creator