Qajeelfama Dhaabbii Waldaa: Church PLANT Manual, Oromo Edition

86 • Qajeelfama Dhaabbii Waldaa

waldaa dhaabuu hundi Ergama Guddaa Gooftaa keenyaa irraa madda. 2 Kanaaf, sochiin waldaa dhaabuu hundi damee sochii tokkicha Isaa(Yesus) fi ulfina Isaatiif.

Kun hundi karaa isa kamiin filattan iyyuu utuu hin ilaalin akka garee waldaa dhaauutti mul’ata baay’isuu(multiplication) keessanii murteessuuf yeroo kadhataa, gyeroo dheeraa fi yaada bilchaataa kennaa. Itti yaadanii malee, baay’isuun(multiplication) kufaatii guddaa fi filannoo keessan isa dhumaa jalatti kufuu dadeessuu. Gara galma sanaatti, hojiiwwan geggeessitoota adda baasuu, hidhachiisuu fi humna kennuudhaan, akka Gooftaan geggeessutti waldaa akka dhaabdaniif barbaachiso dha. Sanyiii (DNA) waldaa keessanii keessatti mul’ata baay’achuu(multiplication) guddisuun / ijaaruun/ geggeessaa waldaa keessan keessa jiru hunda akka miseensa garee waldaa dhaabuu ta’uu akka danda’utti ilaaluuf isin gargaara. Akkasumas carraa isaanis tattaaffii waldaa haaraa dhaabuu keessatti tajaajiluuf Gooftaan isaanitti fayyadamuu akka danda’u hubachuuf isin gargaara.

2 Maatewos 28:18-20 ilaalaa.

Made with FlippingBook Ebook Creator