Qajeelfama Dhaabbii Waldaa: Church PLANT Manual, Oromo Edition
92 • Qajeelfama Dhaabbii Waldaa
8. Waldaan keessan moodeela baay’isuu akkamii hordofti? 9. Baay’isuu wiirtuu tattaaffii waldaa dhaabuu keessanii ta’ee akka turuuf attamitti gootu? 10. Waldaan keessan waldoota kan biroo akkamitti akka dhaabdu tarsiimoo/tooftaa qabduu? Marii keessan irratti hundaa’uun galma keessan ji’oota 6-12 itti aananiif qopheessaatii galmeessaa. Galmi keessan kan safaramuu dandaa’an, raawwatamuuf guyyoota murtaa’an qabaachuu, fi galama sanaaf namoota galma sanaaf itti gaafatamummaa qaban agarsisuu isaa mirkaneeffadhaa. Guyyaa murtoon itti murtaa’uu qabu hundeessitaniittu taanaan, murtee tokko hanga mana Barumsaa Macaafa Qulqulluu boodaatti dabarsuun homaa miti.
Made with FlippingBook Ebook Creator