Qajeelfama Dhaabbii Waldaa: Church PLANT Manual, Oromo Edition

Gilgaala Garee: kunuunsuu fi Ce’umsa • 91

Gilgaala 9 Ce’umsa: Tarsiimoo Baay’isuu 1

Gareen keessan baay’isudhaaf,(for multiplication) mul’ata ifa ta’e, tarsiimoo fi karoora isa barbaachisa.

Qajeelfama Gaaffiilee armaan gadii akka gareetti mari’adhaa deebii keessan galmeessaa. 1. Hoggantoota waldaa keessatti mul’achaa jira akkamitti adda baaftee, beekamtii kennitte leenjifta? 2. Hoggantoota amanamoo ta’an akkamitti diyaaqonoota, jaarsolii fi paastaroota akka ta’anif hidhachiiftee, itti gaafatamummaa itti kennita? 3. Mallattoon waldaan keessan waldaa ofii ishee jalatti dhaabuuf jettuu maal ta’a? 4. Waldaan of bulchuuf, of danda’uu fi qaama waldaa waldoota yaada walfakkaataan qabanii ta’uuf maaltu jiraachuu qaba? 5. Gahee hoggansa jalqabaa gara garee bal’aatti akkamitti ceesiftu? 6. Akkuma guddataniin, garee miseensota haaraatti, gahee hojii akkamii itti yaaddee ceesisuu/dabarsuu barbaada? 7. Dhimmaa tokkummaaf, deggarsaa fi sochii tajaajila walootiif akka waldaa miseesa tokkummaa ykn waldaa walga’ii naannoo kan biroo keessatti, attamitti amanamummaadhaan hojjetta?

1 Gilgaala Mana barumsaa Macaafa qulqulluu, Ripe for Harvest , fuula 416-420 irra kan fudhatame.

Made with FlippingBook Ebook Creator