Qajeelfama Dhaabbii Waldaa: Church PLANT Manual, Oromo Edition
90 • Qajeelfama Dhaabbii Waldaa
8. Hoggansa waldaa haaraadhaaf akka ulaagaa keessaniitti maaltu tajaajila? 9. Dubartootaa fi dhiirota geggeessummaa waldaatiif akkamitti aangeessuu fi hidhachiiftu? 10. Adeemsi muudama paastarootaa fi tiksitoota (jaarsolii) haaraatiif gootan maal ta’a? Marii keessan irratti hundaa’uun galma keessan ji’oota 6-12 itti aananiif qopheessaatii galmeessaa. Galmi keessan kan safaramuu dandaa’an, raawwatamuuf guyyoota murtaa’an qabaachuu, fi galama sanaaf namoota galma sanaaf itti gaafatamummaa qaban agarsisuu isaa mirkaneeffadhaa. Guyyaa murtoon itti murtaa’uu qabu hundeessitaniittu taanaan, murtee tokko hanga mana Barumsaa Macaafa Qulqulluu boodaatti dabarsuun homaa miti.
Made with FlippingBook Ebook Creator