Qajeelfama Dhaabbii Waldaa: Church PLANT Manual, Oromo Edition

J eCha d uraa

Waldaa Koo Nan Ijaara! Namonni mootummaa Waaqaatti galuu qofaaf fayyina argatan miti. Waaqayyoo namooota uumaa jira. Kana hubachuun nu hin dhibu. Kan nama dhibu, baay’een isaanii seenaa fayyinaa gara foormulaa salphaa “Waaqayyo biyya lafaa uume, nuti cubbamoota, kanaaf Waaqayyo Yesusiin tokkoon tokkoon keenya cubbuu keenya irraa akka fayyisuuf erge.”. Uumamani, cubbuun, Yesus , kanumaan xumurama! Namoonni tokko tokko, kun dogoggora maal qabaree? jechun draajefatu. Dogoggorri isaa kunooti: Formulaan, uumama cubbu-Yesus jedhu kiristaanummaa waa’ee jireenya dhuunfaa keenyaa ilaalchisee, amantii keenya qofaan adda ta’uudhaan gara Waaqayyoon akka dhuunfaa gara malee waaqessutti nama geesa. Yesus ergamee kan inni dhufe ana qofa tajaajiluf dhufe jechuudhaan ergaa wangeelaa bu’aa gatii hin qabnnetti gadi buufna. Macaafa Quluqlluun formulaa/yaada salphpaa utu hin ta’in seena gadi fagoo dhiheessa/qaba. Waa’ee Yesus yommuu dhugaa baanu, waa’ee yaada biyya lafaaa jijjiiru yaada, Kirstos cubbuu keenyaaf seexana fi hojii isaa injifachuuf, fi biyyya lafaa keessatti mootummaa Waaqayyoo deebise dhaabuuf dhufe. Hojii Yesus

xi

Made with FlippingBook Ebook Creator