Qajeelfama Dhaabbii Waldaa: Church PLANT Manual, Oromo Edition
a riirrata Bakka maqaan Yesus hin beekamnetti ykn hin waaqaeffamnetti waldaa dhaabuun waamichaa guddaadhaa fi ergama wangeela waldaa kiristaanaa keessatti iddo ijoo dha. Ergamni wangeelaa kun irra guddeessa kan inni dhageesisu ijoo barsiisa Macaafa Quluqqullu, isa waamicha Waaqayyo uummati biyya lafaa akka Isaa fi mootummaa Isaa karaa ilma Isaa, Yesus Kirstos Naazireeticha mo’uun beekani irratti xiyyeefatuu dha. Yaadumtti xiqoon ishee illee, bara joonjaa’a fi kufaa/cabaa kana keessatti sababa amansiisaa, barbaacha gati qabeessa fi sirri ta’e kanaaf hiika kenna. Yesus duka butota isaaf imaanaa inni dhumaa, Ergama Guddaa (Maat. 28:18-20) jedhama. Innis “dhaqaa,...saba hundumaa bartoota koo godhaa” jedhe isaan aboome. Itti gaafatamumaan kun, haala jiran keessatti ykn haala wangeelli beekamu keessatti fi daangaa lafaa fi aadaa hundumaaf akka dhuunfaatti wangeela bal’isuu/lallabuu of keessaa qaba. Namoonni naannoo warri waamicha/ kennaa baraaramuu fi fayyinaa Waaqayyoo hin dhageenye ykn deebii hin kennine hundi sagale misiraachii/ wangeela kara ubachuu dandaa’ani fi simachuu dhaga’uu qabu Waldaa Dhaabuun, Ergama isa Guddaa Fiixaan Baasuuf Tooftaa Ergamtummaa Gargaarama.
xv
Made with FlippingBook Ebook Creator