Qajeelfama Dhaabbii Waldaa: Church PLANT Manual, Oromo Edition

G alata Galatni koo guddaan, kitaaba kana barreessani xumuruu fi irra deebi’anii ilaaluu keessatti gargaarsa kadhata, yeroo, yaadii fi carraaqi keessan malee jechi kitaab kan keessaa tokko illee fiixaan kan hin bane, garee hojjetootaa Warld Impaaktiif haa ta’u. Maqaa isaanii kan isis yoom iyyuu hin beekne, garuu bakka keessan ta’aanii kitaaba kana dhiheessuf Kirstosi fi hojiif of kennuun isaanii isaanif dubata. Keesumaa kitaaba kana barreessu keessatti addatti kanan galateeffachuu barbaadu of qusannaa tokko malee humnaa fi yeroo isaaanii, kadhataan, kan nabira goran, luba Boob Engel, luba Joordaan Kiing, Paastar Loreenzoo Elizoondoo, fi Paastar Deviid Istraadaa dha. Amanamummaa fi hiriyyummaa isaanii amanammaa fi hojii isaanii dadhabbii tokko malee fi jajjabina isaanii wal irraa hin cinne naaf kennu baaatanii kitaabini kun abjuu ta’ee hafa ture. Akkuma leenjiin kun agarsiisu, gareetti baay’ee ammanna. Garee adda addaa kitaaba/barreeffama barreessuf kan itti dadhaban wajjinn hojechuu kootif Gooftaan na eebbiseera. Waldaa yaada keessa keessa gooftaan kaa’ee DHAABUU keessan keessatti akka isaan isin gargaaran kadhata keenya. Luba Teed Ismiiz. Itti gaafatamaa mana barumsaa dhaabbii waldaa Bitooteessa 19, 2016( A L It.)

xix

Made with FlippingBook Ebook Creator