Qajeelfama Dhaabbii Waldaa: Church PLANT Manual, Oromo Edition

xviii • Qajeelfama Dhaabbii Waldaa

kiristaanaa isa baay’ee gadi fagoo fiixaan baasuu wajjin kan wal simu dha. Kadhati keenya inni guddaan, Gooftaan keenya Yesus, adda kan ata’e walga’ii amantootaa mootummaa Waaqayyoo ijaaruu kee keessatti, waldaa amantootaa, haawaasaa atti tajaajiltu keessatti akka si geggeessu dha! Karaa kee hundumaatti inni si wajjin jira. Dr. Doon Deviis. Dura taa’aa gorsaa Pirazdantii Senior Executive Advisor to the President Bitooteessa 19, 2016(A L It.)

Made with FlippingBook Ebook Creator