Qajeelfama Dhaabbii Waldaa: Church PLANT Manual, Oromo Edition

Ariirrata • xvii

hundummaa fayyisuf daangaa hin qabnne dhaga’uf mirga qabu. Carraaqqiin waldaa dhaabuuf godhamu hundi waamicha Waaqayyoo saba hundaaf godhe kan mirkaneesu dha.; Walitti qabamni amantootaa haaraan kan innin agarsiisu fi mirkaneesu namni fi lubuun hundinu hawaasa kaayyoon Waaqayyyo inni Barbara hubatame keessatti gati qabeesa fi ulfina qabeesa dha.

Waldaa Dhaabuun jijjiirma Hawaasaa fi Aadaaf Haala mijeessa

Dhuma irratti Wangeelli/Sagaleen Misiraachoo Kirstos, hawaasa keessa jiraataa yommuu ta’u walitti qabamni waldaa naannoo inni karaa Hafuura Qulqulluu, bakka bu’aa jijjiirama waliigalaa cimaa hafuuraa, hawaasaa fi aadaa taa’a. Waldootiin Kiristaanaa karaa buufata abdii, qajeelumaa, barnootaa, fayyaa,fi guddina hawaasaa dhuga baatuu jaalala hoiii qabatamaan mul’atu ta’u. Isaan (waldootiin Kiristaanaa) hirr’ina hafuuraa jireenya namootaa beekumsa Waaqayyoo isa dhugaa/sirri karaa Kirstos namootaan ga’uu qofa utuu hinta’in, fedhii fonii fi hawaasaas malee. Naannolee Wangeellii hin beekamnetti waldaa dhaabuudhaan kiristaanonni jijjiirama waliigalaa isa mootummaa Waaqayyoo gutuummaa isaan mul’isu kakaasu in danda’u. Xumura irratti, akkuma naannoo jiraatan keessatti, bakka Yesus amma ille hin beekamnneti, waamkicha ergamtummaa waldaa dhaabuu keessatti hirmaataniin ergama Waaqayyoo irra deebitani ijaartu/dhaabdu. Waldaa dhaabuun waamicha waldaa isa ijoo ta’e fi qabatamaan fedha Waaqayyoo mul’isu wajjin kan wal tumsu dha. Ergama Gudda(Great Commission) kan bakka bu’u, mul’achuu Mootummaa Waaqayyoo kan bal’isu, jaalala Waaqayyoo namoota hundumaatti labsuu, fi jijjiirama waliigala bakka jireenyi mootummaa qabatamaan agaarsifamuun irra jiru si’eessu bakka bu’u dha. Ergami wangeelaa kun, waldaa bara kanaaf duuka bu’umsa barbaachisaa fi amansiisaa taasiisudhaan itti gaafatamuummaa/ajaja Macaafa Qulqulluu fi amantii fi gocha

Made with FlippingBook Ebook Creator