Qajeelfama Dhaabbii Waldaa: Church PLANT Manual, Oromo Edition

100 • Qajeelfama Dhaabbii Waldaa

QHK Qopheessuu

• Kadhadhu (Kaayyyo issa barbaadi argadhu.) • Haala mijeessi (Waaqayyoo Waaqa seeaaati.)

• Safuu/wanta gatii itti kennnamuu fi mul’ata ifa godhi. • Filannoo Qopheessuu (Deebii beekamaa ta’ee hin kennin.) • Isa kamiin akka dursitu qopheessi (Filannoo argatee hundumaa hin yaalin.) • Itti gaafatamummaa kenni Make assignments (Itti gaafatamummaa namootaa tilmaamaan hin dhiisinaa.) Hojjedhu (Oduu dhaabii hojjechuu jalqabi.) • Ija jabeesa ta’i ; nama wanta haaraa uumuu. • Rakkoo: Wantooni akk karoorfamanitti kan isaan adeeman darbee darbeeti. • Karoora guddaa haala gaarii hin taaneen raawwachuu irra karoora gadhee raawwachuu wayya. • Wanta haaraa nama uumuu ta’i (Maat. 25:14-30). • Wanta lamaan gargar fagoo taa’an: mata jabeesssumaa fi hanqina naamusaa. Keessa Deebi’ii (Wanti ati goote bu’a qabeessa jettee hin timaamin/yaadin.) • Yeroo kennamef irraa walakkaa isaa sirreeffama (adjustments) godhi (Saanbalaat, Qorneelewos, Gedeon, mul’ata Maqedooniyaa • Bu’aa/ija isaa qoradhu Check the fruit (Yoha.15:2).

Made with FlippingBook Ebook Creator