Qajeelfama Dhaabbii Waldaa: Church PLANT Manual, Oromo Edition
Wal ga’ii 4: Hundaa Walitti Fiduu • 101
• “Ergama kamiyyuu keessatti wanti hunda caalaa barbaachisaa ta’e maal akka hojjetame gaafachu dha.” • Nama calaqqisiisu ta’i. “Nama gorsa tuffatutti deegaa fi yeellootu dhufa, namni ifata dhaga’ee deebi’u garuu, ulfina in argata. . . . Namni gorsa tuffatu, ofii isaa in tuffata; namni ifata dhaga’u garuu qalbii in godhata.” (Fakkeenya 13:18; 15:32). • Kabaji/celebrate! QHK Maal? Qophii irratti yeroo baay’ee dabarsita, garuu hin gowwoomfamin, garuu hi goyomi. Foormulaan ykn karoorri gaariin kam iyyuu waldaa hin dhaabu; adeemsa xiinxala miti.
QHKn waa’ee armaan gadiiti
QHKn waa’ee armaan gadii miti
Madaqsuu
Qindaa’a ta’uu
Ogummaa (Ogummaadhaan Mula’ta duukaa bu’uu)
Galama
Hojiiwwaniif sakatta’iinsa/ ilaalacha gochuu dhiisuu
Sirreeffama
Barachuu
Karoorsuu
Mul’ataaf gumaacha gochuu
Xiinxala shallagame
Sakatta’iinsafirii (ija/frii sakata’uu) (Yohaannis 15:2) Abju’achuu fi ichitiin qabuu Dreaming and scheming “Haalaa wal xaxaa fi ariitiidhaan jijjiiramu fi to’annoo keessanii ala ta’ef qorannoo ariifachiisaa fi karaa haalli sun itttii madaqfamu gochuu” (John Boyd, OODA Loop)
Qarshii duwwaa lakaa’uu
Hojii waraqaa
Seeraa kanaa dura beekamun hojechuu
Dhukkubbii/Miidhama Badhaasa Malee
Qophaa’uu, Hojechuu, Keessa Deebi’uu
Made with FlippingBook Ebook Creator