Qajeelfama Dhaabbii Waldaa: Church PLANT Manual, Oromo Edition

Wal ga’ii 4: Hundaa Walitti Fiduu • 99

~ Ogummaan tarkaanfii falmii fidu murteessuu danda’a, garuu mul’ata sanaaf faayidaa kan qabu yoo ta’e ija jabinaa fi fedhii guddaan socho’uu qabda. • Muuxannoo. “Yeroo dheeraaf asan ture, waan ta’aa tures jirus nan beeka. Hawaasa kana keessa waggoota kudha lama ta’eera, kun akka hin hojjenne beeka.” Adeemsa gufuulee fi faayidaa furu, fi itti yaadamee wanta hojjetamuu fi adeemsa keessa wanta ta’ee argamu/mul’atu: • Itti yaadamee wanta hojjetamu: Amma murteessi, utuu baay’ee hin turin. • Adeemsa keeessa wanta mula’tu: yommu dhufu hin baqatin

Kadhadhuu

Q

Haala mijeessi

Qopheessi

Safuu ( value ) fi mul’ata ifagodhi

Filannoo Qopheessuu

Isa kamiin akka dursitu qopheessi

Keessa Deebii

Hojjedhu

Itti gaafatamummaa kenni

H

Hojjedhu

K

Keessa Deebii

Made with FlippingBook Ebook Creator