Qajeelfama Dhaabbii Waldaa: Church PLANT Manual, Oromo Edition
Wal ga’ii 4: Hundaa Walitti Fiduu • 103
I. Gareen Ispoortii Gaariin Yeroo Walakkaa Sirreeffama Bu’a qabeessa Ta’e Godha
II. Adeeemsa irra deebii
A. Ibsa mul’ataa irra deebi’ii B. Kaayyoo, galma, hojii amootatti kenname/assigment irra deei’uu. C. Bu’aa qorannoo irra deei’uu. D. Bu’aan barbaadame yoo ta’e irra deei’uu. E. Gaaffiiwwan 1. Maaltu akka gaariitti deeme? 2. Maaltu akka gaariitti hin deemne? 3. Maaltu gatamuu qaba? 4. Maaltu dabalamuu ykn fooyya’uu qaba?
III. Sadarkaa Qophaa’uu irra deebi’ii seeni. A. Kaayyoo, galma, fi ramaddii haaraa B. Yaada walitti qabuu fi dursa kennuu
IV. Jajuu.
V. Ilaalchaan Duubatti Deebi’uu
Made with FlippingBook Ebook Creator