Qajeelfama Dhaabbii Waldaa: Church PLANT Manual, Oromo Edition

112 • Qajeelfama Dhaabbii Waldaa

7. Maallaqni, yeroo fi humni si jalaa dhuma 8. Ati ykn hojjettoonni amanamoo ta’an biroon yeroo baay’ee barbaadamtanitti dhukkubsatu, 9. Gaegaarsa maallaqaa, hafuuraa fi namaa hin dhabda 10. Barattoonni kee, gorsitoonni, tola ooltonni kee hojii dhiisu/adaan kutu. 11. Abdii kutattee adaan kuta/dhiista! Guddinni dhala namaa ofumaan kan raawwatamus ta’ee kan hin oolle miti. . . . Tarkaanfiin gara galma haqaatti geessu hunduu wareegama, gidiraa fi qabsoo gaafata; carraaqqii nuffii hin qabnee fi yaaddoo quuqama namoota dhuunfaa of kennanii hojjetan. D. Madaquun ergama kee xumuruuf hinaaffaadhaan qabsaa’uudha: madaquun hidhannoo Waaqa irraa ta’e barbaada 1. Yo Ati kan saaxilamte dha: hidhannoo kee hidhadhu, Efe. 6:13 2. Diinni kee yero hundummaa qophaa’a dha: shira isaa hin dagatin/hin wallaalin, 2Qor. 2:11 3. Argannon( innovation ) kee barbaachisaa dha. kee ni gaafatama: madaqfamuu ykn dhabuu qabda (ykn du’uu qabda!), Gal. 5:1 Gaafii kee: Gareen waldaa dhaabuu keenyaa mormii fuulduratti isin mudatu akkamitti adda baasee qophii godha? ~ Maartiin Luuter Kiing, Jr.

Made with FlippingBook Ebook Creator