Qajeelfama Dhaabbii Waldaa: Church PLANT Manual, Oromo Edition
122 • Qajeelfama Dhaabbii Waldaa
Gilgaala 11 Chaartara Wangeelaa Keessanii Xumuruu 1
Gareen keessan Chaartara Wangeelaa kan odeeffannoo fi galmoota kutaalee darban fi gilgaala garee irraa argaman walitti fiduudhaan leenjisaa Dirree Wangeelaa keessan waliin akka karoora tarsiimoo fi waliigaltee leenjisummaa keessaniitti tajaajilu xumuruu qaba. Qajeelfama Chaartara xumuruuf qophaa’uuf gareen keessan kanneen armaan gadii dhiyeessuu danda’uu qaba: 1. Chaartara wangeela kee xumuruuf wantoota armaan gadii irratti mari’adhu • Abbaa taayita, waldaa amatii kiristaaaa, walitti hidhamiinsa, neetwarkii erguu • Maqaaa Waldaa Dhaabuu • Duraa ta’aa Garee Waldaa Dhaabuu • Imeelii ( e-mail ) Duraa ta’aa Garee Waldaa Dhaabuu • Garee xiqqoo( cell ) duraa ta’aa Garee Waldaa Dhaabuu • Miseensota Garee Warraa Duraa fi Yeroo Dheerinaa Waadaa isaa galanii (yoo xiqqaate namoota sadii) • Naannoo Xiyyeeffannoo jala jiru (magaalaa, biyya, fi hawaasa)
1 Gilgaala Mna barumsaa Macaafa Quqlluu Ripe for Harvest , fuula . 464-466 irraa kan fudhatame.
Made with FlippingBook Ebook Creator