Qajeelfama Dhaabbii Waldaa: Church PLANT Manual, Oromo Edition
Gilgaala Garee: Hundaa Walitti Fiduu • 123
• Sabaa fi/ykn Garee(wwan) Namoota Wangeelaan Bira Hin gaa’amne. • Garee Namoota Hin Hirmaanne fi Bira Hin Gaa’amnee (yoo barbaachisaa ta’e) • Mul’ata Waldaa fi Duudhaa Waldaa • Ibsa Waldaa • Galmoota Ijoo ji’oota 12 itti aanan (Adda baasi, galmoota kee gurguddoo fi guyyoota itti galma ga’u barreeffamaan tarreessi) • Dheerina Chaartara Gaafatame: (akkuma beekamu waggaa tokko). • Maqaa Leenjisaa Dirree, Imeelii, fi Garee Xiqqoo ( cell ) • Yeroo Leenjisaa Dirree Waliin Wal arguuf yaadame (yoo xiqqaate kurmaana kurmaanaan/ quarterly ). • Yeroo Madaallii Idilee (QHK, yoo xiqqaate waggaatti yeroo sadii). • Mallattoo (hogganaa garee, Leenjisaa Dirree Wangeelaa, fi dura ta’aa maa barumsaa Macaafa Qulqulluu).
2. Odeeffannoo armaan olii erga qabaattanii booda sanada Chaartara Mana barumsaa Macaafa Qulqulluu keessanii guutaa.
Hubachiisa: Ammas, booda miseensa garee dabaluudhaaf yoo murteessite, nama sana adeemsa sirnaa garee fi mul’ata keetiif of kennuudhaan akka fudhattu baay’ee gorfama. Gareen biroo mul’ataa fi galma garee kanaa gadi fageenyaan utuu hin hubatin, fi waadaa utuu hin qabaatin miseensonni yeroo dabalaman rakkataniiru.
Made with FlippingBook Ebook Creator