Qajeelfama Dhaabbii Waldaa: Church PLANT Manual, Oromo Edition

124 • Qajeelfama Dhaabbii Waldaa

Gilgaala Dabalataa Fakkeenya Chaartara Mana Barumsaa Macaafa Qulqulluu Mana Barumsaa Macaafa Qulqulluu Waldaa Dhaabuu Magaalaa Unka Chaartara Waldaa Dhaabuu Abbaa Taayitaa/Waldaa amantii Kiristaanaa/Walta’iisaa Erguu Waldaa Hawaasa Uummataa

Maqaa Waldaa Dhaabuu: Waldaa Hawaasaa Griidaalee(Greendale )

Hogganaa Garee Waldaa Dhaabuu: Nama Dhaabbataa Waldaa Hogganaa

Imeelii ( e-mail ) Hogganaa Garee Waldaa Dhaabuu: planter@ madeupdomain.com

Garee xiqqoo(cell) Hogganaa Garee Waldaa Dhaabuu: (555) 555-5555

Miseensota Garee warra Duraa fi Dheerina Waadaa 1. Miseensa garee 1 (5 years) 2. Miseensa garee 2 (3 years) 3. Miseensa garee 3 (2 years) 4. Miseensa garee 4 (1 year)

Naannoo Xiyyeeffannoo: Griindaalee (Greendale), WI

Sabaa fi/ykn Garee(wwan) Namoota wangeelli Hin qaqane: Aadaa adda adda hawaasa Griindaale. Garee Namoota Hin Hirmaanne fi Hin qaqaabamnee (yoo barbaachisaa ta’e) : N/A Mul’ata Waldaa: Waldaa kiristaanaa Wangeela Yesus Kirstosiin hawaasa Giriindaalee qaqqabuu ta’uu. Duudhaa Waldaa: Dubbii/sagalee Waaqayyoo barsiisuu Hawaasaa fi tokkmmaa saana wangeelaan qaqqabuu

Made with FlippingBook Ebook Creator