Qajeelfama Dhaabbii Waldaa: Church PLANT Manual, Oromo Edition

16 • Qajeelfama Dhaabbii Waldaa

hidhachiisuuf, aangessuf ogummaa Macaafa Qulqulluu hojiirra oolchuu qabdu 1 . In every activity, big and small, your church plant team must have a clear sense of your collective vision and your personal contribution to that vision. 2 Mul’anni ifa ta’e hima “Nuti gochuu dandeenya” jedhu fi “Hojjechuu qabna” jedhu adda baasuuf isin gargaara, akkasumas murtoo miira, faayidaa ykn qabeenya jiru irratti akka hin hundoofne isin taasisa. • Mul’ata irratti xiyyeeffannoo ifa ta’e qabaadhaa. • Hojiiwwan mul’ata sanaaf gumaachan qofa irratti bobba’a. • Wantota gaariin itti dadhabuu nama irra jiru hedduu dha, garuu mul’ata kanaaf gumaacha kan godhan muraasa. • Bulchiinsa gaarii hin taane mul’ata iraa carraa argamu duukaa akka buunuf geggeffamnu nu taasisa. • Karaa salphaa qofa utuu hin ta’in, tokkoon tokkoo murtoo maal akk fidu ogummaadhaan ilaalaa • Miirri salphaatti nu gowwoomsuu waan danda’uuf “yaada qulqulluu fi of to’achuu qabna” (1 Phex. 4:7). • Daandiin rakkoo xiqqoo qabu, gatii guddaa nama baasisa. 3

1 2 3

Ripe for Harvest , fuula 11. Ripe for Harvest , fuula 44 Ripe for Harvest, fuula 67.

Made with FlippingBook Ebook Creator