Qajeelfama Dhaabbii Waldaa: Church PLANT Manual, Oromo Edition

Kutaa 2: Eegaluu fi walitti qabuu • 49

garee namoota walitti qabuu fi guddisuu qofa utuu hin ta’in, ergama Yesus isa yeroo dhugaa wangeelaa hin jijjiiramne karaa hubatamaa ta’een gara haala aadaa yeroo hundumaa jijjiiramutti geessuu fi raawwachuu qabna. Dhumarratti, jaalala Waaqayyoof, ollaa keenyaaf, akkasumas walii keenyaaf qabnuun yeroo agarsiifnu humni wangeelaa sochoosu waldaa keessatti argama.

Made with FlippingBook Ebook Creator