Qajeelfama Dhaabbii Waldaa: Church PLANT Manual, Oromo Edition
Kutaa 2: Eegaluu fi walitti qabuu • 53
IV. Goolaba Galmi aadaa ilaaluu/hubachuu haalli hundi aadaa akka qabu hubachuu fi dhugaa ba’umsa wangeelaa bu’a qabeessa ta’e qabaachuuf garaagarummaan aadaa akka jiru damaqinaan beekuu akka qabnu fi galma keenya isa dhumaa, innis namoota gara Kirstosiin fakkaachuutti fidu dha malee gara adaaa isaanii tokko gochuutti ykn wal fakkeessutti fiduu miti. Kaayyoon keenya namoonni adda addummaa aadaa isaanii akka dhabaniif utuu hin gta’in, Akka Gooftaatti Yesusiif akka of kennan malee. Akkuma Yesus aadaa keenya isa danquu danda’uu mo’atee gara keenya dhufe, garaagarummaa aadaa nu giddu jiru mo’annee wangeela bu’a qabeessa ta’ee agarsiisuu fi labsuu qabna. Aangoo Macaafa Qulqulluuf dursa kennuu fi Kirstosiin fakkaachuu hordofuudhaan amantoonni wangeela karaa bu’a qabeessa ta’een agarsiisuu fi labsuuf gargaaraummaa aadaa giddu jiru mo’achutu irra jira.
Made with FlippingBook Ebook Creator