Qajeelfama Dhaabbii Waldaa: Church PLANT Manual, Oromo Edition

64 • Qajeelfama Dhaabbii Waldaa

8. Akka Haala jirutti waa ilaaluun(contextualization) maali fi yeroo wangeela lallabnu maaliif barbaachisaa dha? 9. Haala aadaa namoota wangeela itti himtu akkamitti caalaatti hubachuu fi walitti dhufeenya qabaachuu dandeessa? 10. Waldaa kee keessatti miira eenyummaa fi ergama wangeelaa cimaa akkamitti guddifata/horatta? Marii keessan irratti hundaa’uun galma keessan ji’oota 6-12 itti aananiif qopheessaatii galmeessaa. Galmi keessan kan safaramuu dandaa’an, raawwatamuuf guyyoota murtaa’an qabaachiuu, fi galama sanaaf namoota galma sanaaf itti gaafatamummaa qaban agarsisuu isaa mirkaneeffadhaa. Guyyaa murtoon itti murtaa’uu qabu hundeessitaniittu taanaan, murtee tokko hanga mana Barumsaa Macaafa Qulqulluu boodaatti dabarsuun homaa miti.

Made with FlippingBook Ebook Creator